Afaan Oromoo 

 PRESS RELEASES


Tarkaanfii haarawaa . koree Gabaasa lolaa irraa

Sunday, July 12, 2009

Guyyaa Roobii (8-7- 09)
Walitti bu'insa Gaachenaa waranaa walabummaa oromiyaa(WWO) fii humna waranaa kolleenfatta wayyaanee jiduttii tadheen ( godhamee ) Zoonii baalee aanaa dalloo dirree baraaqii lafa Tooree Boruu Jeedhamutti humna kollenfataa diina irraa looltuu 8 ajesamee looltuun heddun irraa madaahee jira. meeshaan loola ( hidhanoo ) looltuu shanii (5 )irraa hiikatan injifanno cululuqaa galmeesuunn meeshan loola qabenya adda walabummaa oromiyaa tadhee jira.


Addi walabummaa oromiyaa (AWO)n rooroo humni kolenfataa wayaanee kan Males Zenatiin gaagesammu duuguugansa sanyi oromoo, samicha qabenya saba oromoo daranni ittii fuufee AKSUMAAS ilmaan oromoo qe'ee dhalotaa irra buuqisee lafa oromiyaa qabenyaa guutuu waliin alagattii yoo gurguraa jiru samuun ittiin bobanne laaluhinqabnnu kanaf addi walabummaa oromiyaa humna kooloni kana biyyaa abbaa fii hadhaa tenya irra darbnne oromiyaan walabomtte oromoo bilisomee bulchiisa brmaduu hamma dhabttutti qabsoo wadaa saba kenyaa galliin hanagaa gahuutti itti fuufnna .


Akasumaas qabsoo walin gaagesuun lubuu nama qabenya fii yeroo rooroo waan xineesuuf jarmoliin walabummaa oromiyaa, bilisummaa saba oromo fii bulchaa birmadummaa fiduuf ijaaramtaan yeeroo tokkummaa qabsoo dirree kesaan goonnu amma jechaa , qabsawoota walabummaa oromiyaa fii sabnni oromoo akka luubun, qabenyani fii dandettii qabdaaniinni nuttii birmataan wamichaa laamummaa oromiyaa isinnaa gawuu jenna. akasumaas sab-lamiin imphayeraa ethiophaa kan akka oromoo ittii roorisamaa jiru tarkaafii walfakattu yeero fudhatamuu qabu amma jichaa sabin mirgaa namuumaf dhabtte gochaa kollonii doofa akka ofiraa darbinnu nubra dhabtan jechuun wamichaa cimaa gona.


Oromiyaan ni walabomtti !
koree gabaasa dirre qabsoo irra .
tarkaanfiin keenna itti fufa injifanoon kan warra haqaatii oromiyaan dhiiga ilmaan isiitin hin walaboomtti .
Gabaasa koree qopheesitu lolaa irraa

 

 

 

 SOME FACTS

The Oromo make up over 40 million out of the present 75 million population of the Ethiopian Empire

The Front for Independence of Oromia(FIO) has no intent of using violent means as far as Abyssinians are willing to relinquish their occupation by peaceful means from all Oromian territories.

Ecologically and Agriculturally, Oromia is the richest region in the Horn of Africa. Live Stock products, coffee, oil seeds, spices, mineral resources and world wild life are all abundant and diverse.