HOME

ORGANIZATION

MISSION 

Articles/Aarchives

News/links 

Press Releases  

Radio 

Photo Gallery 

FeedBack 

Contact Us  

 In-English

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

Kaayoo


Kaayoon AWO sirna koloneeffataa Toophiyaa diigee, ummata Oromiyaa ka sirna cunqursa hamaa Abisiiniyaa jalatti gaaga’amaa jiru walaboomsee, sirna mirga haqa umamaa hundee taasifate, ka mirgi hiree offi mataa-ofiitiin murteeffannoo ummata Oromiyaatiif lammii guutuu keessatti beekkamee hojirra itti oolfamuun bakka buusuudha. Lammiin Oromoo martinuu mirga jireennaa, ka birmadummaa fi misoomaa ka diinaan irraa mulqamee deebifatee akka goonfatu taasifama. Lammiin Oromoo hundumtuu bilusummaan kooree jiraata.

Kaayoon A.W.O.
Dhaaba bilisummaa warraaqaa dmokraatawaa fi hoggana sonaa fi damdeettii qabu cimaa ka ummata Oromiyaa sochoosee, qabeena biyyatitis sirnaan hojirra oolchee gara injifannoo isa geessu ijaaruudha.

Ripaablikii Dimokraatawaa Ormiyaa walabomtee ijaaruu dha.

Abbaa-biyuummaa ummata Oromiyaa – ka ol-aantummaa human ummata keessatti dhugoome mirkaneessuu dha.

Oromiyaan biyya daangaan isii guutummatti eegame taasisuu dha.

Ormiyaa fedhii ummataatiin ijaaramte, abbaa-biyyumaa isii dhugoomsuu dha.

Akka imaammataati, AWOn, ummatootaa fi saboota biraa wajjiin Tokkummaa Dimokraatawaa uumuudhaaf hiree jiraatuu malu irreen ukkaamsee hin ugguru. Kanumas ta’e garuu, akka imaammaaatatii fi hojiinis ka itti amanu, bittaa sirna koloneeffataa Abisiniya jalatti tokkummaan dimokaraatawaan haqaa kan hin uumamne tahuu isaati. Tokkuummaan jedhame kun yoo sirni gabaroomfataan guutummatti barbadeeffame jiraatuu mala yoma ka tahulee tate. Tokkummaan irreen walitti fidamee diifamee, erga sirni impaayerummaa fi kiyoo-gabrummaa diigameen booda tokkummaa fedhii ummatoota walabaa fi wal-qixaa (Union of Free and Equal Nations) irratti hundaawe uumamuun ni maala jedha AWOn.


HAQNI QABATAMAAN
Ummata Impaayera Toopiyaa ka ammaantana miliyoona 75 tilmaamu keessaa, ummanni Oromoo miliyoona 40 ol taya.

Addi Walabummaa Oromiyaa (AWOn) hookkaratti hin amanu. Cunqursitootni Abisiiniyaa osoo karaa nagayaatiin lafa Oromoo keessaa bayaanii lolli barbaachissa miti.

Qabeenna Oromiyaa Oromiyaan Gaafa Afrikaa keessaa oomichaa midhaan fi qaneemma bosonaatiin biyya dureettiidha. Qabeenni isii loowwan, Buna, gogaa, midhaanzeeytaa fi kanneen